" Avete ricevuto gratuitamente, date gratuitamente"  (Matteo 10:8)

HOME  |  MAPPA DEL SITO  |  CONTATTI  |  AIUTO    
Studi Biblici Libri Cristiani Gratuiti eBook Cristiani Gratuiti Riguardo a Noi
 



 Edizione 2 della versione Oromo dell' e-Book gratuito

 


Gara Wangeela Bishaanii fi Hafuuraatti deebi'i

  • Formato del libro elettronico : MS Reader
  • Numero di downloads : 35
  • Riguardo a questo libro
  • Indice
 

Yaadachiisa

Kitaabni tokkichi kun gara eebba dinqisiisaa wangeela bishaanii fi
Hafuuraatti si deebisee jireenya kee jijjiira.

Ibsa

Kitaabni jalqaba ba’u tokko waraabbii kan biraa irraa bilisa akka ta’e ni beekama. Kitaabni keenya raawwatee isa jalqabaa ti. Waa’ee dhoksaa Yohannisiin cuuphamuu Yesuusiin mul’isuuf bara keenya keessatti kan maxxanfame kitaaba jalqabaa ti. Jaarraa gara jalqabaa lamaanii keessatti ayyaanni cuuphaa waldaa keessa hin turre. Waldaan jalqabaa ergamootaa wajjin ayyaana Yohannisiin cuuphamu Yesuusiin Guraandhala 6 ayyaaneffachaa turte. Amantii isaanii keessatti cuuphamuu Yesuusitti maaliif xiyyeeffannoo guddaa kennaa turanii? Kitaabni keenya kun gaaffii kanaaf deebii ga’aa kenna. Deebiin isaas duudhaa (tradition) ergamootaa irratti kan hundaa’ee dha. Ijoon dubbii kitaaba kanaa dhoksaa cuuphamuu Yesuusii fi wangeela bishaanii fi Hafuuraa (Yohannis 3:5) hiikuu dha. Kun namoota muraasaaf osoo hin taanee kiristaanota hundumaaf kan barbaadamuu dha. Kitaabni kun harka 100% Macaafa Qulqulluu fi dhugaa isaa irratti kan hundaa’ee kiristaanota dubbii dhugaa wangeela bishaanii fi Hafuuraatti kan dammaqsu kitaaba eebba qabuu dha. Warra dhugaa Macaafa Qulqulluu barbaadaniif dogoggora tokko malee ni barsiisa.

Maxxansiisaa irraa

Phaawulos Yoong wangeela bishaanii fi Hafuuraa gara waggoota digdamaaf guutummaa biyya lafaatti lallabeera. Akkasuma kitaabolee gati-jabeessa addaaddaa afaanota addaaddaan kan akka Ruusiyaa, Chaayinaa fi Jaapaaniin maxxanfameera. Kitaabni isaa aangoo Hafuuraa kan qabu warri isa dubbisan hundi karaa ittiin cubbuuttii barabaraan bilisa ba’an ni argatu. Kitaabni isaa hundi karaa lammaffaa dhalachuu sirriitti nama barsiisa. Kitaabni kun bara keenya keesssatti Macaafa Qulqulluu irratti hundaa’ee wangeela bishaanii fi Hafuuraa barsiisuuf kitaaba isa jalqabaa ti.


 

 
Free Christian eBooks
    Lista degli e-Book
    Edizione Oromo 2
 
  • Riguardo a questo libro
  •  
  • Indice
  •     Che cos'è un' e-Book?
     
  • Riguardo all' e-Book
  •  
  • Come leggere un' e-Book
  •  
  • Le domande più comuni
  •  
  • Aiuto al download
  •     I lettori dell' e-Book
     
  • MS Reader 2.0
  •  
  • Acrobat Reader 5.0

  •    
    Copyright © 2001 - 2013 The New Life Mission. Diritti riservati.