Oromo 10

  • ㆍISBN : 9788928200351
  • ㆍPages : 348

DUNKAANA: Fakkeenya Ibsa Gad Fagoo Yesuus Kiristoos (Ⅱ)

Paul C. Jong

Dhugaa dunkaana qulqullaa'aa keessa dhokatee jiru attamitti beekuu dandeenyaa? Wangeela bishaanii fi Hafuuraa hubachuu qofaan, dhugaa jiraataa fi gaaffilee dunkaana qulqullaa'aa keessaa ka'an hubachuu dandeenya.
Balballi dunkaana qulqullaa'aa boffee bifa waaqaa, dhiilgee fi bildiimaa fi bullukkoo fo'aa gaarii irraa walitti dha'amanii hojjetamuun isaa fayyina Yesuus Kiristoos ilmaan namaa agarsiisa. Haaluma kanaan, dubbiin dunkaana bara Kakuu Moofaa fi dubbiin Kakuu Haaraa akkuma hojii bullukkoo fo'aa gaarii sanaa walitti hidhamee jira. Garuu dhugaan kun bara dheeraadhaaf kiristaanota dhugaa barbaadan jalaa dhokatee ture.
Yesuus gara biyya lafaa dhufee Yohannisiin cuuphamee fannoo irratti du'ee dhiiga isaa dhangalaaseera. Wangeela bishaanii fi Hafuuraa utuu hin hubatin, dhugaa dunkaana bara Kakuu Moofaa keessa dhokatee jiru hubachuu hin dandeenyu. Dhugaa dunkaanicha keessaa hubannee itti amanuu qabna. Dhugaa boffee bifa waaqaa, dhiilgee fi bildiimaa fi bullukkoo fo'aa gaarii balbala dhunkaana itti walga'anii hubannee itti amanuu nu barbaachisa.

AUDIOBOOK
undefined
Due to COVID-19 and disruption to international mail service
we have temporally suspended our ‘Free Print Book service’.
In the light of this situation we are not able to mail you the books at this time.
Pray that this pandemic will end soon and the resumption of the postal service.