Search

無料の電子書籍とオーディオブック

マタイによる福音書

オロモ語  12

LALLABA WANGEELA MAATEWOS IRRATTI (I) - KIRISTAANNI YOOM GOOFTAA WAJJIN MAREE GARAA GUUTUU QABAACHUU DANDA’A?

Rev. Paul C. Jong | ISBN 9788928260072 | ページ 356

電子書籍とオーディオブックを無料でダウンロード

お好みのファイル形式を選択し、モバイル端末、PC、タブレットに安全にダウンロードして、説教集をいつでもどこでも読んだり聴いたりすることができます。すべての電子書籍とオーディオブックは完全無料です。

下記のプレーヤーでオーディオブックを聴くことができます。🔻
ペーパーバックを所有
Amazonでペーパーバックを購入
Gabatee Qabiyyee
 
Ariirrata
 
BOQONNAA 1
1. Hidda Dhaloota Yesuus Kiristoos (Maatewos 1:1-6) 
2. Gooftaa Keenya Isa Nu Fayyisuuf Dhufee Haa Galateeffannu (Maatewos 1:18-25) 
3. Yesus Isa Hafuura Qulqulluun Ulfeeffame (Maatewos 1:18-25) 
 
BOQONNAA 2
1. Eessatti Gooftaa Sirriitti Argina? (Maatewos 2:1-12) 
 
BOQONNAA 3
1. Wangeela Dhugaafi Qajeelummaa Yesuus Raawwate Labsi (Maatewos 3:1-17) 
2. Yesuus Isa Cubbuu Kee Balleessuudhaaf Dhufe (Maatewos 3:13-17) 
 
BOQONNAA 4
1. Eebbi Waaqayyoon Sodaachuufi Isaaf Hojjechuu Dha (Maatewos 4:1-11) 
 
BOQONNAA 5
1. Lallaba Gaara Gubbaa (Maatewos 5:1-16) 

BOQONNAA 6
1. Barsiisa Gooftaa Kadhannaa Irratti (1) (Maatewos 6:1-15) 
2. Barsiisa Gooftaa Kadhannaa Irratti (2) (Maatewos 6:5-15) 
3. Laphee Kee Guutuudhaan Gooftaatti Jiraadhu (Maatewos 6:21-23) 
4. Waa’ee Jireenya Keef Hin Dhiphatin, Waaqayyoon Qofa Amanadhu (Maatewos 6:25-34) 
5. Rakkinni Guyyaa Sanaa Duwwaan Iyyuu Guyyichaaf In Ga’a (Maatewos 6:34) 

BOQONNAA 7
1. Humna Wangeelaatti Amanuudhaan Karaa Isa Dhiphaa Irra Galuu Qabna (Maatewos 7:13-14) 
2. Guyyaa Dhumaatti Gooftaan Isin Hin Beeku Yoo Nuun Jedhe Maal Goona? (Maatewos 7:21-23) 
3. Amantii Fedha Waaqqayyo Abbaa Raawwatu (Maatewos 7:20-27) 
4. Mootummaa Waaqayyootti Kan Gallu Yeroo Fedha Waaqayyo Abbaa Beeknee Itti Ammannu Qofa (Maatewos 7:21-27) 
5. Raajota Sobduu Warra Horii Keessan Adamsan Irraa Of Eeggadhaa (Maatewos 7:13-27)
 
BOQONNAA 8
1. Fayyina Lamxaa’ota Hafuuraa (Maatewos 8:1-4) 
2. “Dubbii Tokkicha Duwwaa Dubbadhu” (Maatewos 8:5-10) 
3. Dursa Gooftaa Duukaa Bu’i (Maatewos 8:18-22) 
 
Ergamaan Maatewos Yesuusiin akka Mootii moototaatti waan argeef, Dubbiin Iyyesuus biyya lafaa kana irratti nama hundumaatti akka dubbatame nutti himaa jira. Amma, kiristaanonni addunyaa guutuutti, wangeela bishaanii fi hafuuraa isa nuti babal’isaa jirrutti amanuudhaan  lammata dhalatan, dhuguma buddeena jireenyaa soorachuuf hawwii guddaa qabu. Garuu wangeela dhugaa keessatti walitti dhufeenya qabaachuun isaaniif rakkisaadha, sababiin isaas hundi isaanii nu irraa fagaataniiru. Kanaaf, fedhii hafuuraa namoota Yesus Kiristoos, Mootii moototaa kanaa guutuuf, lallabni kitaaba kana keessatti argamu akka buddeena jireenyaa haaraatti qophaa’ee guddina hafuuraa isaanii sooruuf. Warri Dubbii Yesuus Kiristoos, Mootii moototaa amanuudhaan dhiifama cubbuu isaanii argatan, amantii isaanii ittisuufi jireenya hafuuraa isaanii itti fufsiisuuf jecha isaa isa qulqulluu nyaachuu akka qaban barreessaan kun ni labsa. Kitaabni kun namoota amantiidhaan saba mootii Mootichaa taatan hundaaf buddeena jireenyaa hafuuraa isa dhugaa ni kenna. Waaqayyo karaa Waldaa fi tajaajiltoota isaatiin buddeena jireenyaa kana isiniif dhiyeessuu itti fufa. Warra bishaanii fi hafuuraan lammata dhalattan, warra Yesuus Kiristoosiin walitti dhufeenya hafuuraa dhugaa nu waliin qabaachuu hawwitan hundumaa keessaniif eebbi Waaqayyoo haa ta’u.
もっと見る

このタイトルに関連する書籍

The New Life Mission

アンケートに答える

当サイトをどのようにお知りになりましたか?