Search

مفتایبُکساورمفتآڈیوبُکس

پولوس رسول کا رومیوں کے نام خط

اورومو  6

Qajeelummaa Waaqayyoo akka ergaa gara warra Roomaa keessatti mul'ifame - Gooftaa Keenya isa Qajeelummaa Waaqayyoo ta'e (Ⅱ)

Rev. Paul C. Jong | ISBN 9788928230419 | صفحات 381

ڈاؤن لوڈ کریں مفت ای بکس اور آڈیو بکس

اپنی پسندیدہ فائل فارمیٹ منتخب کریں اور اپنے موبائل ڈیوائس، پی سی یا ٹیبلٹ پر محفوظ طریقے سے ڈاؤن لوڈ کریں تاکہ آپ کہیں بھی، کبھی بھی خطبات کا مجموعہ پڑھ اور سن سکیں۔ تمام ای بکس اور آڈیو بکس بالکل مفت ہیں۔

🔻آپ نیچے دیئے گئے پلیئر کے ذریعے آڈیو بک سن سکتے ہیں۔
پرنٹڈ کتاب کے مالک بنیں
ایمیزون پر پرنٹڈ کتاب خریدیں
Qabiyyee
 
Ariirrata 

Boqonnaa 7 
1. Seensa Roomaa Boqonnaa 7 
2. Waliigala Amantii Phaawulos: Cubbuu Jalaa du’anii Kiristoositti Jiraachuu (Roomaa 7:1-4) 
3. Maaliif Akka Gooftaa Galateeffachuu Dandeenyu (Roomaa 7:5-13) 
4. Foonni Keenya Foon Qofaaf Hojjeta (Roomaa 7:14-25) 
5. Foonni seera cubbuudhaaf hojjeta (Roomaa 7:24-25) 
6. Fayyisaa Cubbamootaa isa ta’e Gooftaa galateeffadha (Roomaa 7:14-8:2) 

Boqonnaa 8 
1. Seensa Roomaa Boqonnaa 8 
2. Qajeelummaa Waaqayyoo, waan Seerrii Gaafatu Guutuu (Roomaa 8:1-4) 
3. Kiristaanni Eenyuu? (Roomaa 8:9-11) 
4. Akka Yaada Fooniitti Yaaduun Du’a fida, akka Hafuuraatti Yaaduun garuu Jireenyaafi Nagaa fida (Roomaa 8:4-11) 
5. Qajeelummaa Waaqayyoo keessatti deddeebi’uu (Roomaa 8:12-16) 
6. Warra Mootummaa Waaqayyoo Dhaalan (Roomaa 8:16-27) 
7. Dhufaatii Gooftaa Isa Lammaffaafi Mootummaa Bar-Kumee (Roomaa 8:18-25) 
8. Hafuura Qulqulluu Isa Qajeelota Gargaaru (Romaa 8:26-28) 
9. Wanti hundinuu gaarummaadhaaf ta’a (Roomaa 8:28-30) 
10. Barsiisa Sobaa (Romans 8:29-30) 
11. Jaalala Barabaraa (Roomaa 8:31-34) 
12. Eenyutu Nuun Mormuu Danda’a ? (Roomaa 8:31-34) 
13. Qajeelota Jaalala Kiristoosittii kan gar-gar baasu maali? (Roomaa 8:35-39) 

Boqonnaa 9
1. Seensa Roomaa Boqonnaa 9 
2. Filannoon duraan-dursaa Kaayyoo Qajeelummaa Waaqayyoo akka ta’e Beekuu nu barbaachisa (Roomaa 9:9-33) 
3. Waaqayyo Yaaqoobiin Jaallachuun Isaa Dogoggoraa? (Roomaa 9:30-33) 

Boqonnaa 10
1. Seensa Roomaa Boqonnaa 10 
2. Amantiin Dhaga’uu Irraa Dhufa (Roomaa 10:16-21) 

Boqonnaa 11
1. Israa’el fayyuu ni danda’a? 

Boqonnaa 12
1. Yaada Garaa Keetii Waaqayyoon Duratti Haareffadhu 

Boqonnaa 13
1. Qajeelummaa Waaqayyoof Jiraadhu 

Boqonnaa 14
1. Walitti Hin Faradinaa 

Boqonnaa 15
1. Guutummaa Biyya Lafaatti Wangeela Haa Lallabnu 

Boqonnaa 16
1. Wal dudubbisaa 
 
Qajeelummaan Waaqayyoo qajeelummaa hojii namaattii adda. Qajeelummaan Waaqayyoo wangeela bishaaniifi Hafuuraa isa cuuphamuu fi fannoo Yesuus irratti hundaa'ee dha. Utuun yeroon jiruu amantiidhaan gara qajeelummaa Waaqayyootti haa deebinu.
Yesuus maaliif akka Yohaannis cuuphaan cuuphame hubatteetta? Utuu Yesuus Yohaannisiin hin cuuphamne ta'e silaa cubbuun keenya gara isaatti hin darbu ture. Yohaannis cuphaan nama hundumaa irra kan caalu, ergamaa isa Yesuusiin cuuphee cubbuu keenya hunda itti dabarsee dha.
Yesuus cubbuu keenya baachuuf cuuphamee gatii cubbuu keenyaa kaffaluuf fannoo irratti du'e. Kun hubannoo ani waa'ee diiga fannoo qofa isa jedhuufi waa'ee lammaffaa dhalachuu irratti qabaachaa ture hundumaa ni jijjiire. Egaa amma akka itti amantee fudhatuuf Waaqayyo qajeelummaan isaa maal akka si hubaachiisa. Eebba isaa hundaaf ani Waaqayyoon nan galateeffadha.
مزید

ایس سرناویں نال رلدیاں ملدیاں کتاباں

The New Life Mission

ہمارے سروے میں حصہ ڈالیں

آپ کو ہمارے بارے میں کیسے معلوم ہوا؟