• 所有新生命宣教会 The New Life Mission 网站上的电子书和有声书均可免费下载
  • 探索以多种语言提供的全球性讲道
  • 查看我们已翻译成27种语言的网站
  • 第1卷新修订版已全新推出
Search

免费电子书和有声读物

马太福音

奥罗莫语  13

LALLABA WANGEELA MAATEWOS (II) - DHIIFAMA CUBBUU FUDHACHUUF MAAL AMANNEE JIRRA?

Rev. Paul C. Jong | ISBN 9788928261406 | 页码 460

下载免费电子书和有声读物

选择您喜欢的文件格式,安全下载到手机、电脑或平板电脑,随时随地阅读和收听讲道集。所有电子书和有声读物都完全免费。

您可以通过下方播放器收听有声读物。🔻
拥有平装书
在亚马逊购买平装书
Gabatee Qabiyyee
 
Seensa 

BOQONNAA 9
1. Yesuus Waaqayyo Isa Gara Keenya Dhufetti Haa Amannu (Maatewos 9:1-13) 
2. Yesuus Isa Nuun Warra Hafuuraan Laamshaa’an Fayyisuuf Dhufe (Maatewos 9:1-13) 
3. Amantii-Amantii (Religious Faith) fi Amantii Humna Wangeelaa Bishaanii fi Hafuura (Maatewos 9:1-17) 
4. Hojjettoota Waaqayyoo (Maatewos 9:35-38) 

BOQONNAA 10
1. Humni Dhukkuba Hunda Fayyisu Wangeela Bishaan Fi Hafuura Keessatti Argama (Maatewos 10:1-16) 
2. Akka Hojjettoota Waaqayyootti Haa Jiraannu (Maatewos 10:1-8) 

BOQONNAA 11
1. Yohaannis Cuuphaan Hin Kufne (Maatewos 11:1-14) 

BOQONNAA 12
1. Yesuus Gara Laafina Malee Aarsaa Miti Jedhe (Maatewos 12:1-8) 
2. Hafuura Qulqulluu Arrabsuu Jechuun Maal Akka ta’e Baruu Ni Barbaadda? (Maatewos 12:9-37) 
3. Cubbuu Dhiifama Hin Qabne fi Itti Gaafatama Nama Lammaffaa Dhalatee (Maatewos 12:31-32) 
4. Seexanni Eessa Jiraachuu Barbaada? (Maatewos 12:43-50) 

BOQONNAA 13
1. Fakkeenya Dirree Arfanii (Maatewos 13:1-9) 
2. Iccitii Mootummaa Waaqaa Beekuun Siif Hayyamameera (Matthew 13:10-23) 
3. Mootummaan Waaqaa Akka Nama Sanyii Gaarii Dirree Isaa Keessatti Facaaseeti (Maatewos 13:24-30) 
4. Humna Wangeela Bishaanii fi Hafuuraa (Maatewos 13:31-43) 
5. Mootummaan Waaqaa Akka Qabeenya Dirree Keessa Dhokfamee Ti (Maatewos 13:44-46) 
6. Mootummaan Waaqaa Akka Kiyyoon Qurxummii Galaanaa Gosa Hundaa Qabuuti (Maatewos 13:47-52) 
7. Maariyaam Dhugumaan Waaqa miti (Maatewos 13:53-58) 
 
 
Ergamaan Maatewos Yesuusiin akka Mootii moototaatti waan argeef, Dubbiin Iyyesuus biyya lafaa kana irratti nama hundumaatti akka dubbatame nutti himaa jira. Amma, kiristaanonni addunyaa guutuutti, wangeela bishaanii fi hafuuraa isa nuti babal’isaa jirrutti amanuudhaan lammata dhalatan, dhuguma buddeena jireenyaa soorachuuf hawwii guddaa qabu. Garuu wangeela dhugaa keessatti walitti dhufeenya qabaachuun isaaniif rakkisaadha, sababiin isaas hundi isaanii nu irraa fagaataniiru. Kanaaf, fedhii hafuuraa namoota Yesus Kiristoos, Mootii moototaa kanaa guutuuf, lallabni kitaaba kana keessatti argamu akka buddeena jireenyaa haaraatti qophaa’ee guddina hafuuraa isaanii sooruuf. Warri Dubbii Yesuus Kiristoos, Mootii moototaa amanuudhaan dhiifama cubbuu isaanii argatan, amantii isaanii ittisuufi jireenya hafuuraa isaanii itti fufsiisuuf jecha isaa isa qulqulluu nyaachuu akka qaban barreessaan kun ni labsa. Kitaabni kun namoota amantiidhaan saba mootii Mootichaa taatan hundaaf buddeena jireenyaa hafuuraa isa dhugaa ni kenna. Waaqayyo karaa Waldaa fi tajaajiltoota isaatiin buddeena jireenyaa kana isiniif dhiyeessuu itti fufa. Warra bishaanii fi hafuuraan lammata dhalattan, warra Yesuus Kiristoosiin walitti dhufeenya hafuuraa dhugaa nu waliin qabaachuu hawwitan hundumaa keessaniif eebbi Waaqayyoo haa ta`u.
更多

与该标题相关的书籍

The New Life Mission

参加我们的调查

您是如何了解到我们的?