• 所有新生命宣教会 The New Life Mission 网站上的电子书和有声书均可免费下载
  • 探索以多种语言提供的全球性讲道
  • 查看我们已翻译成27种语言的网站
  • 第1卷新修订版已全新推出
Search

免费电子书和有声读物

启示录

奥罗莫语  8

Hiikaafi Lallaba Kitaaba Mul’ataa - BARRI MORMITUU KIRISTOOS BARA KITIMAMUU, BARA BUTAMUU FI BARA MOOTUMMAA BAR-KUMEE DHUFAA JIRUU DHA? (Ⅱ)

Rev. Paul C. Jong | ISBN 9788928231317 | 页码 464

下载免费电子书和有声读物

选择您喜欢的文件格式,安全下载到手机、电脑或平板电脑,随时随地阅读和收听讲道集。所有电子书和有声读物都完全免费。

您可以通过下方播放器收听有声读物。🔻
拥有平装书
在亚马逊购买平装书
Qabiyyee
 
Arirrata (Sensa) 

Boqonnaa 8
1. Malakatoota Dha’icha Torban Beeksisan (Mul’ata 8:1-13) 
2. Malaktni Rukuttaa Torbanii Kun Waan Kallattiin Ta’uu Dha? 

Boqonnaa 9
1. Rukuttaa Ulfaataa Boolla Keessaa Ba’u (Mul’ata 9:1-21) 
2. Bara Dhumaatti Amantii Cimaa Haa Qabaannu 

Boqonnaa 10
1. Yeroo Butamuun Itti Ta’u Barteetta? (Mul’ata 10:1-11) 
2. Yeroo Qulqulloonni Itti Butaman Ni Beekta? 

Boqonnaa 11
1. Mukeetiin Ejersaa Lamaaniifi Raajonni Lamaan Eenyuu Dha? (Mul’ata 11:1-19) 
2. Fayyina Saba Israa’el 

Boqonnaa 12
1. Waldaa Waaqayyoo Ishee Bara Booddee Ishee Guddaa Miidhamuuf Jettu (Mul’ata 12:1-17) 
2. Kitimamuu Kee Amantii Guutuudhaan Fudhadhu 

Boqonnaa 13
1. Mul’achuu Mormitoota Kiristoos (Mul’ata 13:1-18) 
2. Mul’achuu Mormitoota Kiristoos 

Boqonnaa 14
1. Galata Warra Kitimamanii Du’aa Ka’aniifi Warra Butamanii (Mul’ata 14:1-20) 
2. Qulqulloonni Mul’achuu Mormitoota Kiristoosiin Attamitti Ilaalu? 

Boqonnaa 15
1. Qulqulloota Warra Qilleensa Irratti Hojii Dinqisiisaa Gooftaa Galateeffatan (Mul’ata 15:1-8) 
2. Qabxii Hirmaata Carra Barabaraa 

Boqonnaa 16
1. Jalqabbii Dha’icha Waciitii Torbanii (Mul’ata 16:1-21) 
2. Utuu Dha’ichi Torbanii HinDhangala’in Dura Wanta Gochuun Ta’u… 

Boqonnaa 17
3. Adabamuu Sagaagaltuu Ishee Bishaanota Irra Teessuu (Mul’ata 17:1-18) 
4. Fedha Isaa Irratti Xiyyeeffannoo Haa Goonu 

Boqonnaa 18
1. Addunyaan Baabiloon Kufeera (Mul’ata 18:1-24) 
2. “Kottaa Ishee Keessaa Bahaa, Isin Sabni Koo, Dheekkamsa Ishee Akka Hin Fudhanneef” 

Boqonnaa 19
1. Mootummaa Isa Hundumaa Danda’uun Dhaabbatu (Mul’ata 19:1-21) 
2. Qajeelota Qofaatu Dhufaatii Kiristoos Isa Lammaffaa Eeggachuu Danda’u 

Boqonnaa 20
1. Bineensi Akka Jawwee Sun Boolla Qilee Keessatti Hidhame (Mul’ata 20:1-15) 
2. Attamitti Du’aa Irraa Gara Jireenyaatti Darbuu Dandeenya? 

Boqonnaa 21
1. Magaala Qulqullooftuu Ishee Samii Irraa Gad Buutu (Mul’ata 21:1-27) 
2. Amantii Waaqayyo Duratti Mirkanaa’ee Qabaachuu Nu Barbaachisa 

Boqonnaa 22
1. Haaqa Haaraafi Lafa Haaraa, Bakka Bishaanni Jireenyaa Burqu (Mul’ata 22:1-21) 
2. Abdii Ulfinaa Jirutti Gammaduufi Jabina Nu Barbaachiisa 

Ibsa
1. Gaaffiifi Deebii 
 
Kiristaanonni hedduun butamuun qulqullootaa bara gidiraa dura ta'a jedhanii yaadu. Sababiinsaa kiristaanonni baroota torban Gidiraa Guddaa sana dura butamu jedhamanii dogoggoraan barsiifamaa waan turaniif dhibaa'ummaan guutamanii jireenya amantii isaanii geggeeffachaatti jiru.
Haa ta'u iyyuu malee, butamuun qulqullootaa malakata gidiraalee torbaa keessa gidiraalee ja'affaa keessa darbanii - yeroo Mormitoonni Kiristoos mul'atanii qulqulloota warra lammaffaa dhalatan ajjeesuu eegalan malakatni inni torbaffaan yeroo afuufamu ta'a. Yesuus samii irraa kan dhufu yeroo kana keessa, du'aa ka'uu fi butamuun qulqullootaa warra lammaffaa dhalatanii yeroo kana ta'a (1 Tasaloniiqqee 4:16-17).
Guyyaa kanatti, tokkoon tokkoon namaa karaa carraa ofii isaatii filate irra dhaabbata. Qajeelonni, "wangeela bishaaniifi Hafuuraa" tti amanan du'aa ka'anii butamanii Mootummaa bar Kumeefi jireenya Mootummaa Samiitti galu, haa ta'u iyyuu malee cubbamoonni du'aa ka'uu isa tokkoffaa keessaa hin hirmaanne dha'icha waciitii torba Waaqayyo biraa dhangala'uun erga adabamanii booda ibidda si'oolitti darbatamu.
Kanaafuu, hundee barsiisa sobaa amantii addaaddaa isa yaada biyya lafaa irratti hundaa'e keessaa baanee gara Dhugaa Dubbii Waaqayyootti deebi'uu nu barbaachisa. Kitaablee koo walitti fufee maxxansamaa jiran dubbisuudhaan akka isin eebba dhiifama cubbuufi dhufaatii Gooftaa isa lammaffaa fudhattaniif abdiifi kadhannaa koo isa guddaa dha.
更多

与该标题相关的书籍

The New Life Mission

参加我们的调查

您是如何了解到我们的?