• 所有新生命宣教會 The New Life Mission 網站上的電子書和有聲書均可免費下載
  • 探索以多種語言提供的全球性講道
  • 查看我們已翻譯成27種語言的網站
  • 第1、2卷新修訂版已全新推出
Search

免費電子書和有聲讀物

使徒保羅寫給羅馬人的書信

奧羅莫語  5

Qajeelummaa Waaqayyoo akka ergaa gara warra Roomaa keessatti mul'ifame - Gooftaa Keenya isa Qajeelummaa Waaqayyoo ta'e (Ⅰ)

Rev. Paul C. Jong | ISBN 9788928230563 | 頁碼 365

下載免費電子書和有聲讀物

選擇您喜歡的文件格式,安全下載到手機、電腦或平板電腦,隨時隨地閱讀和收聽講道集。所有電子書和有聲讀物都完全免費。

您可以通過下方播放器收聽有聲讀物。🔻
擁有平裝書
在亞馬遜購買平裝書
Qabiyyee
 
Ariirrata 

Boqonnaa 1
1. Seensa Gara Roomaa Boqonnaa 1 
2. Qajeelummaa Waaqayyoo Akka Wangeela Keessaatti Mul’ate (Roomaa 1:16-17) 
3. Qajeelaan Amantiidhaan Jiraata (Roomaa 1:17) 
4. Qajeelaan Amantiidhaan Jiraata (Roomaa 1:17-18) 
5. Warra Jal’inaan Dhugaa Ukkaamsan (Roomaa 1:18-25) 

Boqonnaa 2 
1. Ittiin Lixa Roomaa Boqonnaa 2 
2. Warra Ayyaana Waaqayyoo Cal’isan (Roomaa 2:1-16) 
3. Dhaqna Qabaan kan Laphee ti (Roomaa 2:17-29) 

Boqonnaa 3
1. Seensa Roomaa Boqonnaa 3 
2. Cubbuuttii fayyuun amantii qofaan argama (Roomaa 3:1-31) 
3. Waa’ee Gooftaatiif Waaqayyoon Ni Galateeffatta? (Roomaa 3:10-31) 

Boqonnaa 4
1. Seensa Gara Roomaa Boqonnaa 4 
2. Warra Amantiidhaan Eebba Samii Fudhatan (Roomaa 4:1-8) 

Boqonnaa 5
1. Seensa Roomaa Boqonnaa 5 
2. Karaa nama tokkoo (Roomaa 5:14) 

Boqonnaa 6
1. Seensa Roomaa Boqonnaa 6 
2. Hiikaa Cuuphamuu Yasuus isa Dhugaa (Roomaa 6:1-8) 
3. Bu’aa dhagna keessanii mi’a qajeelummaa godhaa dhiyeessaa (Roomaa 6:12-19) 
 
Wangeelli bishaaniifi Hafuuraa Qajeelummaa Waaqayyoo ti!
Dubbiin kitaaba kana keessaa dheebuu garaa namaa kan baasuu dha. Kiristaanonni bara kanaa rakkoo cubbuu guyyaa-guyyaatti nama mudatuuf furmaata sirrii ta’e otoo hin argatin deddeebi’aa jiru. Qajeelummaan Waaqayyoo maal akka ta’e beekta? Gaaffii kana of-gaafattee qajeelummaan Waaqayyoo akka hubattu nan abdadha.
Qajeelummaan Waaqayyoo wangeela bishaaniifi Hafuuraa keessatti mul’ifame. Haa ta’u iyyuu malee, namoota amala waaqeffannaan dessssddeebi’an jalaa akka callee gati-jabeessaa nama jalaa bade ija isaanii duraa dhokatee jira. Haaluma kanaan, sababa kanaaf namoonni hedduun qajeelummaa Waaqayyoo dhiisanii qajeelummaa mataa isaaniitti hirkatu. Kanaafuu, barsiisni hundee amantii amaleeffata waldaa kiristaanaa amantoota gara qajeelummaa Waaqayyootti fiduu hin dandeenye.
Barsiisni filannoo duraan-dursaa, kiristaanni tokko al-takkaa qajeelaa fi cubbamaa dha kan jedhuu fi qullaa’ummaan suuta-suutaa hojii gaarii keessaan kan dhufuu dha kan jedhamu barsiisa waldaa kiristaanaa keessatti amaleeffatamee dha. Haa ta’u iyyuu malee kiristaanonni hedduun gara qajeelummaa Waaqayyootti deebi’anii amantii dhugaa irra akka jiran mirkaneeffachuu isaan barbaachisa.
Kitaabni,“Gooftaa keenya isa Qajeelummaa Waaqayyoo ta’e” jedhu kun hubannoo guddaa namaa kennee gara nagaa Waaqayyootti nama geessa. Barreessaan kitaaba kanaa akka ati qajeelummaa Waaqayyoo gonfamtee jireenya argattuu dha. Eebbi Waaqayyoo yeroo hunduma si duukaa haa ta’u!
更多

與該標題相關的書籍

The New Life Mission

參加我們的調查

您是如何得知我們的?