Search

ነጻ ኢ-መጽሐፍ እና የድምጽ መጽሐፍት

የመጀመሪያይቱ የዮሐንስ መልዕክት፤

ኦሮሞ፣  14

Paul C. Jong’s Guddina Hafuuraa Lak. 3 - Ergaa Yohaannis Isa Duraa (I)

Rev. Paul C. Jong | ISBN 9788928241309 | ገጾች፤ 298

ኢ-መጽሐፍት እና የድምጽ መጽሐፍትን በነጻ ያውርዱ

የሚፈልጉትን የፋይል ቅርጸት ይምረጡ እና በሞባይል መሳリያዎ፣ ኮምፒውተር ወይም ታብሌት ላይ በደህንነት በማውረድ በማንኛውም ጊዜ እና ቦታ የስብከት ስብስቦችን ያንብቡ እና ያዳምጡ። ሁሉም ኢ-መጽሐፍት እና የድምጽ መጽሐፍት ሙሉ በሙሉ ነጻ ናቸው።

የድምጽ መጽሐፍትን ከዚህ በታች ባለው ማጫወቻ በኩል ማዳመጥ ይችላሉ። 🔻
የታተመ መጽሐፍ ይኑርዎት
በአማዞን ላይ የታተመ መጽሐፍ ይግዙ
Qabiyyee Gabatee

Ariirrata

BOQONNAA 1
1. Yesuus Kiristoos Waaqayyoo Dha (1 Yohaannis 1:1-10) 
2. Dhugumaan Waaqayyoo Wajjin Tokkummaa Qabda? (1 Yohaannis 1:1-10) 
3. Gosoota Cubbuu Himachuu Lamaanii (1 Yohaannis 1:8-10) 
4. Dhugaadhaan Cubbuu Himachuu (1 Yohaannis 1:8-10) 

BOQONNAA 2
1. Yesuus Kiristoos Waaqayyo Isa Dhugaa Dha (1 Yohaannis 2:1-5) 
2. Gooftaa Keenya Isa Bakka Keenya Nuuf Dhaabatu (1 Yohaannis 2:1-17) 
3. Abboommii Waaqayyoo Keessa Jiraachaa Jirta? (1 Yohaannis 2:7-11) 
4. Biyya Lafaa Yookiis waan Biyya Lafaa Jaallachuutti Hin Hidhaminaa (1 Yohaannis 2:15-17) 
5. Mormituun Kiristoos Eenyuu Dha? (1 Yohaannis 2:18-29) 
 
 
Yoo Kiristaana dhugaa taate, waan hundumaa caalaa jaalala Waaqayyoo beekuu qabda. Warri wangeela bishaaniifi hafuuraatiin dhiifama cubbuu isaanii argatanii Yesuusiin akka fayyisaatti beekanii itti amananii jiran fedha Waaqayyoo qabatamaatti beekuu isaan barbaachisa. Jaalala Waaqayyoo gad fageenyaan beekuudhaaf amantoota dhugaa wangeelaa hubatan ta’uu qabu. Jaalalli Waaqayyoo karaa wangeela dhugaa qabatamaadhaafi gadfageenyaanis mul’ata. Waaqayyo jaalala ta’uu Isaa beekuu qabna yoo ta’e, beekumsi keenya kun qabatamaatti jaalala Waaqayyoo isa karaa dhugaa wangeela bishaanifi hafuuraan mul’ate biraa dhufuu qaba. Yoo akkas ta’e qofa dhugaa jaalala Waaqayyootti nama geggeessuu dandeenya.
Akkuma dubbii Waaqayyoo keessatti barreeffamee jiru, jechi bishaan jedhu Yohaannis cuuphaan cuuphamuu Yesuusiin agarsiisa, dhiigni immoo firdii Inni sababa cubbuu keenya hundumaaf fudhate agarsiisa. Fayyina keenya kan dhugaa nuuf ba’us Hafuura Qulqulluu, bishaaniifi dhiiga (1 Yohaannis 5:8). Waaqayyo karaa bishaanichaa, dhiigichaa fi Hafuura Qulqulluu cubbamoota cubbuu isaaniittii hiika.
ተጨማሪ

ከዚህ ርዕሰ ጋር የተዛመዱ መጽሐፎች

The New Life Mission

በዳሰሳ ጥናታችን ይሳተፉ

ስለእኛ እንዴት ሰሙ?